Dhiphinni sammuu kan uumamu yeroo jireenyi waan nuti eegnu hin guunnedha. Qorichi dhiphina jireenya akka inni of dhiheessetti fudhachuu barachuudha. Yeroo ammaa kana yommuu fudhattu, haala san fooyyessuuf karaa argachuu ni dandeessa.